The blogger (LLB, LLM) is currently serving as a Judge at Oromia High Court. He can be reached at: eliaskasa80@gmail.com

Ilmi Maqaan Abbaa Isaa akka jijjiirramuuf kallattiidhaan gaafachuu ni danda’aa?

Ilmi Maqaan Abbaa Isaa akka jijjiirramuuf kallattiidhaan gaafachuu ni danda’aa? Xiinxala Raawwatiinsa SHH Kwt 42 fi 43 irratti taasifame.

Bu’uura Heera Mootummaa Federaalaa Kwt 36(1)(b) tiin daa’imni kamuu maqaa fi lammummaa qabaachuuf mirga qaba jechuun kaa’eera. Gama kanaan seerri maqaa namni tokko qabaachuu kan danda’u haala kamiin akka ta’e kaa’u immoo S/H/H kwt 32-46 akkasumas kwt 3358- 3360 tti jiran jalatti kaa’ameera. Bu’uuruma kanaan namni tokkoo maqaa firaa(family name),maqaa dhuunfaa tokko ykn isaa ol (first name) fi maqaa abbaa(patronymic ) qabaachuu akka qabu qajeeltoon isaa S/H/H kwt 32 jalatti kaa’ameera.

Continue reading
  2290 Hits

The Minimum Wage System in Ethiopia: a Comparative Analysis

 


Abstract

A minimum wage is the lowest wage that employers may legally pay to workers. The purpose of minimum wages is to protect workers against unduly low pay and they are essentially labour market interventions used by governments either as instruments of political macroeconomics or as social tools. Governments introducing minimum wage policy and legislations basically aim to protect low-income workers through the introduction of minimum wages based on country specific factors. In case of Ethiopia the new labour proclamation which is entered into force in 5th September, 2019 for the first time provide establishment of minimum wage board that will periodically revise minimum wages based on different factors. Since the new minimum wage board in Ethiopia is a new conception it is not perfect in addressing all issues and problems that exist in the implementation of the purpose intended by the government. So this article has employed different sources and explores the minimum wage system in Ethiopia special focusing on new labour proclamations by consulting other countries better experience in tackling those unseen problem and for having strong minimum wage system in the country.

 

Continue reading
  5918 Hits